Bartee
kanaslaali : Aadaa, aaduu, Barmaatilee
Afaan Oromoo
- Jecha durjireessa Afaan Oromooti. Jecha barsiifata jedhu irraa dhufe.
- Waan hawaasni tokkoo akka Aadaatti barsiifataan hojjetu.
Dabalgochima
- erga waan tokko beektee booda. (dhalaaf)
- ramaddii lammaffaa saala lamaanuu bifunka qeenxee fi gaaffiif kan itti gargaaramnu.