barsiifata
kanaslaali : Aadaa, aaduu, Barmaatilee
Afaan Oromoo
- Jecha durjireessa Afaan Oromooti. Jecha baruu jedhu irraa dhufe.
- Waan hawaasni tokkoo akka Aadaatti baruun hojjetu.
Fakkeenya
- Oromoon Aadaa qofa osoo hin taane Barsiifata ni kabaja.
kanaslaali : Aadaa, aaduu, Barmaatilee
Fakkeenya