Barmaatilee
Afaan Oromoo
- Jecha durjireessa Afaan Oromooti. Jecha barsiifata jedhu irraa dhufe.
- Waan hawaasni tokkoo akka Aadaatti barsiifataan hojjetu.
Dabalgochima
- Aadaa hawaasa tokkoo (saala lamaanuu)
- Baay'ina irratti jijjiirama hin qabu. (Yeroo tokko tokko qeenxeef Bartee jedhama.)