Afaan Oromoo

  • gaalaa, jecha durjireessa Afaan Oromooti.

Cibra

  1. beellada aannaniif, fooniif, geejibaaf akkasumas qonnaaf fayyaduu danda'u.
 
[1] gaalaa

synonyms

  • oont (India)

Haaldubbii ( OPA)

haala itti sagaleessan

-->


Hiika Afaanota Biroon
 

(file)
  1. Afaan Ingiliffaa: camel (en)
  1. Afaan Porchugaal : camelo (pt)
  1. Afaan Ispeen: camello (es)