Aankii
Afaan Oromoo
- bifunka biraa aankii
Jecha Aangii jedhu irraa kan dhufe ta'ee, Kabaja ykn hojii nama tokkoo ibsuuf maqaa nama sanaa dura galuun kan fayyadu.
- Kabaja ykn hojii nama tokkoo ibsuuf maqaa nama sanaa dura galuun kan fayyadu.
Fakkeenya - Obbo, Dub, Dokter, Piroofeeser