Obbo
Afaan Oromoo
gulaali- aankii kabajaa dhiira gaheessa tokkoo.
- jecha afaan Oromoo durjireessa fi naannaa hundatti beekamu. Akkasumas baakkeewwan kibba oromiyaa fi keeniyaa keessatti Ab ni jedhama.
- Dhiira maqaa dura oolchuun kabajaaf waaman.
- Obboleessa angafaa.
- Bifunka ----
Gochimaan gaafa keenyu obboome, obboomeera ta'uu danda'a.