kanaslaali : tenor, tensile

Afaan Ingiliffaa

  • tense
  1. dhiphina yookiin yaaddoo keessa kan jiru
  2. baay'ee kan dhisame, muddamaa

Cibra

  1. hennaa, yeroo gochima tokkoo itti raaw'atame yookiin yeroo itti raaw'atamuuf jedhu gochima agarsiisu (caasluga keessatti)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'