sole

kanaslaali : soldier (of fortune), solecism

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • sole

Hiika

  1. sadhooboo, keessa faana miillaa
  2. soolii, arraba kophee isa faanaan irra ejjetan
  3. gosa qurxummii kan nyaatamu

Maqibsii

  1. tokko, kophaa, tokkicha

Afaan Xaaliyaanii

Xinjecha

sole


Cibra

qeenxee
sole

danuu
soles

  1. aduu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'