llama
kanaslaali : lizard, lo (lnterj)
Afaan Ingiliffaa
Afaan Ispeen llama irraa, Afaan Quechua llama irraa kan ergifame.
Haaldubbii ( OPA)
haala itti sagaleessan
-->
Audio (UK) | (file) |
- laamaa, bineelda dabbasaan isaa oomisha suufiitiif barbaadamu, kan meeshaa iddoodhaa iddootti deddeebisuuf nama gargaaru, akkasumas nyaataaf ni oolti. (Ameeriikaa Kibbaa keessatti argama)