kanaslaali : defame, defaulter

Afaan Ingiliffaa

  • default
  1. fafmalee
  2. waan gochuu qaban gochuu dhabuu

Cibra

  1. mana murtiitti argamuu dhabuu.
  2. liqii fudhatan yeroon galchuu dhabuu