Achii dhufteen jecha afaan jedhuu durjireessa Afaan Oromooti.
Cibra
- qooqa, meeshaa waliigaltee ilma namaa.
- qaama bineensotaa ykn neefkaalee kan ittiin nyaatan ykn kan ittiin dubbatan
- Qaawwa waa ittiin bahu ykn galu.
- Hiika Afaanota Biroon
- Hiika Afaanota Biroon
afaan.
- 1, qaama waa ittiin sooratan 2, meeshaa waliigalee namaa
- Afaan Ayeslandii: munnur (is),
- Afaan Ayeslandii: tungumál (is)
- Afaan Faransaay: bouche (fr),
- Afaan Faransaay: langue (fr)
- Afaan Jarmanii: mund (de),
- Afaan Jarmanii: Sprache (de)
- Afaan Ingiliffaa: mouth (en),
- Afaan Ingiliffaa: language (en)
- Afaan Ispeen: boca (es),
- Afaan Ispeen: idioma (es), 2,
- Afaan Ispeen: lengua (es)
- Afaan Xaaliyaanii: bocca (it),
- Afaan Xaaliyaanii: linguaggio (it)
|