aade
Afaan Oromoo
Jechi aade jedhu jecha durjireessa Afaan Oromooti. Dhalatoo jechaa Aadnaa jedhu irraa dhufe.
Gochima
- aade (Bifunka hennaa darbee aaduuti.)
- bamaqaa matima ramaddii tokkoffaa saala lamaanuu waliin deema.
- bamaqaa matima ramaddii sadaffaa dhiira waliin deema.
- Sagalee aadnaa dhageessise (ani ykn inni)
- Fakkeenya
- - Ani dhukkubsadheen aade.
- - Inni dhukkubsatee aade.
- Dhalatoo jechaa
- aadnaa, aaduu, aachisuu, aadde, aadee, aaddee, aadan, aadeera, aaddeetti, aaduufiaadanii, aadaayirti, aadeffachuu