a'a
Afaan Oromoo
- a'aa,. jecha durjireessa Afaan Oromooti.
Haaldubbii ( OPA) A- (1)/ -A'- (1)/ -°A (1)
haala itti sagaleessan
-->
Afán Oromó | (file) |
- jecha gochaa rifuuliphiitiin dhageessifnu, kan yeroo aadnaa. a'a jennu.
- Fakkeenya - Tolaan a'a jedhe. Jechuun Tolaan ni aade jechuu dha.