aaddanee
kanaslaali : Aadaa, Duudhaa, afdaneessa, sabdaneessa
Afaan Oromoo
Jechi aaddanee jedhu jecha tishoo ta'ee jechoota afaan Oromoo lama Aadaa fi danuu jedhaman irraa dhufe.
Aaddanee (kan hin lakkaa'amne)
- Bifunka biraan aaddanuu jedhamuu ni danda'a.
- Aadaa baay'ee kan ofkeessaa qabu.
- Aadaa hedduu
- Moggoyyaa - Aadaa danuu, Aaddaneessa, Aaddanaawaa
- Hiika Ingiliffaan - multicultural
Fakkeenya - Itoophiyaan biyya aaddanee dha.
- Dhalatoo jechaa