kanaslaali :Aayyii, Aadde, Ad
Jecha afaan Oromoo durjireessa akka aankii kabajaa fi bamaqaatti fayyadu. Keessumaa loqoda Hargee keessatti baayyee beekamaa dha.
Cibra
qeenxee Aaddiyyee
danuu Aaddiyyeewwan
Fakkeenya - Aaddiyyee, maqaa kee eenyu?
Moggoyyaa * Aaddilee, Aadde, Ad, Aayyii