kanaslaali : turn-off, turnover

Afaan Ingiliffaa

  • turnout
  1. bakka waantokko waantokko irraa adda bahu.
  2. baay'ina namoota walga'ii irratti hirmaatanii yookiin kanneen dorgommii ilaalanii
  3. akkaataa nami tokko wayaa isaa itti uffatu
  4. meeshaalee hin barbaadamne kutaa keessaa baasuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'