stump
kanaslaali : stumbling block, stumpy
Afaan Ingiliffaa
- stump
Hiika
gulaali- gumcuu, hundee mukaa soomayyoon irraa muramee lafa keessatti hafe
- murqicha, waanti akka irsaasii katabbii fi kanneen fakkaatan erga hojii irra oolan booda cittuu ishee dhuma irratti haftu