kanaslaali : elk, elite

Afaan Ingiliffaa

  • elixir
  1. qabatamaan kan hin jirre garuu immoo saayintistoonni bara giddu galeessaa sibiila gara warqeetti ni jijjiirra jedhanii waan isaan sammuu isaaniitti yaadaa turan
  2. qoricha dhukkuboota hundaa ni fayyisa jedhamee amanamu (yaadaan)