bailiff
kanaslaali : bail
Afaan Ingiliffaa
- bailiff
Hiika
gulaali- aangawaa seeraa namoota idaa isaan irra jiru baasuu hin dandeenye irraa qabeenyaa isaanii fuudhu.
- bakka bu'aa abbaa lafaa
- mana murtii keessatti nama bakka teessumaa namatti agarsiisuuf daanyaan dhufuu isaas beeksisu.