Home
Random
Saaqii seeni
Settings
Arjoomi
Waa'ee Wiktionary
Waakkii
Barbaadi
aarsuu
Afaan
Eegi
Gulaali
kanaslaali
:
aarsii
Afaan Oromoo
Xinjecha
Akka
hurku
taassisuu.
mufacgiisuu, dallansiisuu
Fakkeenya
Tolaan Boontoo
aarsuuf
ishee arrabse.
Hundee Jechaa
"
aars / aarsi
"
IBSAGA JECHOOTAA
BAMAQAA
AMMEENNAA
DHUFEENNAA
DARBEENNAA
AJAJA
Hundee
aars
-
-
-
Qaalamaa
aarsuu
-
-
-
Ana
aarsaan jira
aarsuufi
aarseera
nanaarsa
Nuti
aarsaarra
aarsuufi
aarsineerra
haa aarsinu
Si/Ati
aarsaarta
aarsuufi
aarsiteetta
aarsi
Isin
aarsaartu
aarsuufi
aarsitaniittu
aarsaa
Ishee
aarsaarti
aarsuufi
aarsiteetti
haa aarsitu
Isa/Inni
aarsaara
aarsuufi
aarseera
haa aarsu
Isaan
aarsaaru
aarsuufi
aarsaniiru
haa aarsan
Dagaggamaan Jechoota Qo'adhu!
'
jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'