kanaslaali : aar-mo'aab

Afaan Oromoo

  1. aarnon - akka macaafa qulqulluutti dhaloota kiristoosiin dura maqaa lagaa biyya amoorotaa fi mo'aabotaa daangessuuti
    Fakkeenya - Achii ka'anii lafa onaa isa hamma daarii Amoorotaatti bal'atu keessaa bishaan Aarnon gama in buufatan; bishaan Aarnon biyya Mo'aabotaa fi Amoorotaa gidduu waan jiruuf, isaan lachuufuu daarii dha.