aanjeffachuu
kanaslaali : aanja'aa, sheeqqataa
Afaan Oromoo
Jecha Afaan Oromoo durjireessa ta'e dha.
Dabalgochima
- mijeeffachuu, akka namaa aanja'u gochuu.
- Fakkeenya - Ormi ofiif aanjeffachuu barbaada.
kanaslaali : aanja'aa, sheeqqataa
Jecha Afaan Oromoo durjireessa ta'e dha.
Dabalgochima