kanaslaali : aariyasillaasee, aanaaq

Afaan Oromoo

  1. Aariyophaagos bara yesuus kirisroosichi dhalate keessa mandara Ateenaa jedhamtu gaara yaa'ii Aariyophaagos jedhamudha.
    Fakkeenya - Isa qabaniis yaa'ii gaara Aariyophaagos irratti wal ga'u duratti geessanii, "Barsiifni haaraan ati fidde kun, maal akka ta'e baruu dandeenyaa? Jedhanii isa gaafatan.