Home
Random
Saaqii seeni
Settings
Arjoomi
Waa'ee Wiktionary
Waakkii
Barbaadi
rifachuu
Afaan
Eegi
Gulaali
Afaan Oromoo
gulaali
Dabalgochima
waan tokkoon arganii baaraguu.
Hiika biraan
na'uu
nahuu
Hiika afaan Ingiliffaan
aback
Hundee Jechaa
"
rifach / rifan/ rifat
"
IBSAGA JECHOOTAA
BAMAQAA
AMMEENNAA
DHUFEENNAA
DARBEENNAA
AJAJA
Hundee
rifach
-
-
-
Qaalamaa
rifachuu
-
-
-
Ana
rifachaan jira
rifachuufi
rifadheera
nanrifadha
Nuti
rifachaarra
rifachuufi
rifanneerra
haa rifannu
Si/Ati
rifachaarta
rifachuufi
rifatteetta
rifadhu
Isin
rifachaartu
rifachuufi
rifattaniittu
rifadhaa
Ishee
rifachaarti
rifachuufi
rifatteetti
haa rifattu
Isa/Inni
rifachaara
rifachuufi
rifateera
haa rifatu
Isaan
rifachaaru
rifachuufi
rifataniiru
haa rifatan